LibreOffice 24.8 Help
Yeroo agarsiisa islaayidii yommuu wantichii filatamee akkamitti amala akka agarsisuu hika.
Yeroo agarsisa islaayidii yomuu wanticha filatamee cuqaastuu. gochiicha adeemsifamuu murteessa.
Gochii hin uumamuu.
Agarsiisa islaayidii keessa islaayidii tokko gara boodaatti siqsa.
Agarsiisa islaayidii keessa islaayidii tokkoo gara duuraatti sochoosa.
Agarsiisa islaaidii keessa gara islaayidiicha duuraatti utaala.
Agarsiisa islaaidii keessa gara islaayidiicha maayyiitti utaala.
Gara islaayidiitti yookin wantoota maqeeffamani islaayidii keessa jiraniti utaala.
Islaayidoota fi wantoota itti akeekachuu dandeessuu tarressa.
Maqaa islaayidiichaa yookin wantichaa ilaaluu barbaaduu galchii.
Islaayidicha yookin wantichaa ilaaluu barbaaduu galchii.
Yeroo agarsiisa islaayidii faayiliitti bana yookin agarsisa. Yoo faayiliiLibreOffice akka galmee akeekaati yomuu filatee fuula bantuu ilee murteessuu dandeessa.
Iddoo galmee akeekaa hiiki.
Faayilii banuu barbaaduutti xurree galchii ykn faayiliicha hundeessuf Iyyaafataa cuqaasi.
Faayiliicha banuu barbaaduu agarsiisii.
Plays an audio file.
Define the location of the audio file.
Enter a path to the audio file you want to open, or click Browse to locate the file.
Locate the audio file you want to play.
If you did not install audio files with LibreOffice, you can run the LibreOffice Setup program again and select Modify.
Plays the selected audio file.
Yeroo agarsiisa islaayidii sagantaa jalqaba.
Sagantaa jalqabuu barbaaduutti xurree galchii, yookin saganticha hundeessuuf Iyyaafataacuqaasi.
Sagantaa jalqabuu barbaaduu hundeessi.
Yeroo agarsiisa islaayidii maakiroo hojjata.
Maakricha hojjachuu barbaadduuf xurree galichii, yookiin maakricha hundeessuuf Iyyaafata cuqaasi.
Maakricha hojjachuu barbaaduu agarsiisi.
Dhiheessa fixa.
"Gocha wantoota jalqaba" OLE saagamaniif galfaticha filachuu dandeesa.
Wanticha haalata guulaalaatin bana.