Animation Pane

Assigns effects to selected objects.

Ajaja kana bira gahuuf...

From the keyboard:

+ 7

From the menu bar:

Choose View - Animation.

From the tabbed interface:

Choose Slide Show and click:

Icon Custom Animation

Animation

In the Slide Show menu of the Slide Show tab, choose Animation.

From the sidebar:

Open the Animation deck.


Tarreeffama Sochii Fakkiinaa

Tarreen sochii fakkinaa, islaayidii ammaaf sochii fakkinaa hunda agarsiisa.

Each list entry consists of the following two rows:

Ida'i

Adds another animation effect for the selected object on the slide.

Haqi

Tarree sochii fakkinaa irra galtee sochii fakkinicha filatamee haqa.

Tartiiba jijjiiri

Galtee sochii fakkiinicha filatamee tarre keessa oli fi gaditti sochosuuf qabdoota keessa tokkoo cuqaasi.

Category

Select an animation effect category. The following categories are available:

Effect

Select an animation effect.

Eegali

Displays when the selected animation effect should be started. The following start options are available:

Properties: Direction, Spokes, Amount, Color, First color, Fill color, Size, Line color, Font, Font size, Typeface, Zoom

Sochii fakkinaaf amaloota dabalataa fila. Qabduu ... cuqaasuun qaaqa Dirqalaalee Galteewwanii, bakka amloota irraa filattuufi fayyadamtu bana.

Duration

Specifies the duration of the selected animation effect.

Delay

The animation starts delayed by this amount of time.

Durargii ofmaa

Yomuu ramaduu galteewwan haaraa yookin guulaalaman dura mul'isuuf fili.

Taphachiisi

Duragii keessatti galtee sochii fakkinicha filatamee taphata.

Please support us!