Sochii fakkinaa

Creates a custom animation on the current slide. You can only use existing objects to create an animation.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Fakkaasa Calaqqee Sochii filadhu


tip

Gara barreessituutti keessatti garagalchitee maxxansuu LibreOffice dandeessa.


Sochii fakkinaa

Sochii fakkinaa kessatti durargii agarsiisa. Dabalataan qabduu Taphachiisi jedhu cuqaasuun sochii fakkinaa mul'isuu dandeessa.

Jumps to the first image in the animation sequence.

Sajoo

Fakkii tokkoffaa

Plays the animation backwards.

Sajoo

Duubatti

Stops playing the animation.

Sajoo

Dhaabi

Plays the animation.

Sajoo

Taphachiisi

Jumps to the last image in the animation sequence.

Sajoo

Fakkii dhumaa

Lakkoofsa Fakkii

Indicates the position of the current image in the animation sequence. If you want to view another image, enter its number or click the up and down arrows.

Turmaata

Enter the number of seconds to display the current image. This option is only available if you select the Bitmap object option in the Animation group field.

Lakkaa'aa marsaa

Sets the number of times that the animation is played. If you want the animation to play continuously, choose Max.

Calaqqee

Sochii fakkiinaa keeti irra wantoota dabala yookiin haqa.

Wanta fayyadami

Adds selected object(s) as a single image.

Sajoo

Wanta fayyadami

Wanta Tokkoo Tookkoo Fayyadami

Adds an image for each selected object. If you select a grouped object, an image is created for each object in the group.

Yoo barbaadde sochii fakkinaa filachuu dandeessa, kan akka GIF, fi gulaaluuf sajoo kana cuqaasi. Yeroo gulaaluu sochii fakkinaa kana xumurte, islaayidii keetitti sochii fakkina haaraa galchuuf Uumi cuqaasi.

Sajoo

Wanta Tokkoo Tookkoo Fayyadami

Fakkii Ammee Haqi

Deletes current image from the animation sequence.

Sajoo

Fakkii Ammee Haqi

Fakkiiwwan Hunda Haqi

Deletes all of the images in the animation.

Sajoo

Fakkiiwwan Hunda Haqi

Lakkoofsa

Waliigala fakkii sochii fakkina keessaa.

Gurmuu sochii fakkinaa

Sochii fakkina keetiif amaloota wantootaa sirreessi.

Gurmuu wantootaa

Assembles images into a single object so that they can be moved as a group. You can still edit individual objects by double-clicking the group in the slide.

Wanta suurxiqqoo

Combines images into a single image.

Hiriira

Aligns the images in your animation.

Uumi

Inserts the animation into the current slide.

Please support us!