Gareessuu

Dheerina, safaraa fi amaloota qajeelchaa sararoota gara filatamanitti jijjiira.

Sajoo Yaaddannoo

Haalata sararichaa ykn xiyyaa haalata gara sararaa fooyyeessuuf Dhangii -Sararaafiladhu.


Ajaja kana bira gahuuf...

Halqara baafataa Baldhinaafi dheerina Sararaa, Keessa Garoota.

Kamshaa Sararootaa fi xiyyoota irraa, sajoo Sarara Garaa cuqaasi.

Icon Dimension Line

Dheerinaa fi balina sararaa


A Dimension Line is always inserted on the layer called Dimension Lines. If you set that layer to invisible, you will not see any Dimension Line in your drawing.

Sarara

Amaloota fageenyicha sarara garaa fi gajeelchoota walin wal madaalchisuuni fi sarjalichaan wal bira qabuun qindeessa.

Fageenya sararaa

Fageenya sarara garad fi sarjalicha gidduu jiruu murteessi(fageenya sararaa=0).

Qajeelcha dagaagsi

Dheerina bitaa fi mirga qajeelchoota sarjala irraa jalqabee murteessa(fageenya sararaa=0). Gatiin pozetivii qajeelchichaa sarjalaalitti dheeressa gatiin meqatilli immoo qageelchoota kana Sarjalichaan gara gaditti dheeresa.

Fageenya Qajeelcha

Sarara garaa irraa jalqabuun dheerin mirgaa fi bitaa qajeelchootaa murteessa. Gatin possetivii qajeelchicha sarara garaa outti yomuu dheereessuu gatiin negaativii immoo sarara garaatin gara gaditti dheereessa.

Qajeelcha bitaa

Sarara gara irra jalqabuun dheerina qajelchicha bitaa murteessa. Gatiin pozetivii qajeelchicha sarara gara irraa gara gaditti yomuu dheeresu gatiin negaativii ammoo qajeicha Sarara garaa irraa gara olitti dheereessa.

Qajeelcha mirgaa

Sarara garaa irraa jalqabuun dheerina qajeeichicha mirgaa murteessa. Gatiin pozetivii qajelchiicha sarara garaa irraa gara gaditti yemuu dheereessu gatiin negaativii ammo qajecha irraa gara olitti dheereessa.

Sarara gara wantichaan gadii

Naannawaa Sararaa amaloota faalleessa.

Iddoowwan deesimaalii

Iddoowwan lakkofsicha deecimaali ammaloota sarara mul'isuuf fayyadan murteessa.

Waayoo

Amaloota gara barreeffamichaa qindeessa.

Qubannoo barreeffamaa

Qubannoo gara barreeffamaa gara sarara fi qajeelchi diaanwal bira qabuun ibsa.

Sajoo Ofegannoo

Qubannoo barreeffamaa ramaduu keetiin duratti irraan gadeen ofmaa fi dalgeen ofmaa haalojii qulqullaa'uu qaba.


Irraan gadeeofmaa

Gara irrangadee mija'aa gara barreeffamichaaf ibsa.

DalgeeOfmaa

Gara mija'aa ddalgee gara barreeffamichaaf ibsa.

Yuunitoota safaraa mul'isi

Safara gara kuuniti safaraa tarree keessaa mul'isuu barbaadduu filachuu dandeessa.

Sararaan walmaddii

Barreeffama walmaddii gara Sararichaati yookin 90 digrii sararichati agarsisa.

Dirree Durargii

Displays a preview of the current selection.

Please support us!