Yeroo (jijjiiramaa)

Yeroo ammaa gara islaayidii keetiitti akka dirree jijjiiramaati saagi. Yommuu faayiliicha debistee fetuu baan yeruuma saniti haarommamaa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagii - Dirree - Yeroo (jijjiiramaa)


Dirree islaayidii kee keessati saagamee guulaaluf, dirrichi keessa fuuldura aritii tokkoffatti kaa'iti Dirreewwan - Guulaali filadhu.

Please support us!