Baa (dhaabataa)

Guyyaa ammaa gara islaayidiitti akka dirree siranaati saaga. Guyyaa ofumaa isaatin hin haaromsu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Dirreewwan - Bara(dhaabbataa) Filadhu


Dirree islaayidii kee keessati saagamee guulaaluf, dirrichi keessa fuuldura aritii tokkoffatti kaa'iti Dirreewwan - Guulaali filadhu.

Please support us!