Islaayidii Baaldhisi

Tokkon tokkoon qaphxii toorii sadarkaa ol'anaa (matadure barreeffamaa toorii sadarkaawwan irraa sadarkaa tokko gadi suqun barresi) islaayidicha haaraa filatamee irraa islaayidii haaraa uuma. Tooriin barreeffamaa kuni mataduree islaayidii haaraa ta'a. Qaphxiiwwan toorii sadarkaa olaanaa jala islaayidicha jalqabaa irra jiran sadarkaa tokkoo gara islaayidicha haaraatti ce'uu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Saagi - Islaayidii Baldhisi Filadhu


Teessumni islaayidii kee yoo mataduree wanta tokko toorii wantaa qabaatee ajaja Islaayidii Baldhisiqofa fayyadamta.

Islaayidii jalqabaa kaawwachu yoo barbaadee, Guulaali - Gaabbi fili.

Please support us!