Barreeffam Saagi

Barruu ASCII, RTF, yookiin HTML keessaa gara islaayidii ka'aati saaga.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose

Kamshaa Saagi irratti, cuqaasi

Icon Insert Slide from File


The inserted text uses the default text formatting of the active slide. If you want, you can drag a text box in your slide, and then insert the text. The box automatically extends downwards for longer text passages.

Tarree mul'isi

Barreeffam tarree keessa saaguu barbaadu fili.

Geesiituu

Barreeffamicha akka geessitutti saaga. Yommuu faayilii maddaa jijjiiramuu geessitootni yeruma sanatti haaromu.

Please support us!