Tarjaawwan

Tarjaa haaraa gara bitaa mandhee ka'aatti saaga. Lakkoofsi tarjaawwan saagamanii lakkoofsa tarjaa filamanii waliin walgita. Tarjaawwan dura turan gara mirgaatti siqa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Qabeentaa baafataa mandhee keessatti, Saagi - Tarjaawwan filadhu


Please support us!