LibreOffice 7.5 Help
Agarsiisa islaayidii kee Agarsiisa Islayidii - Qinda`inoota Agarsiisa Islaayidii kessattii adeemsisuuf qinda`inoota ifftessuu dandessa.
Specify whether a slide show starts with the current slide or with the first slide on LibreOffice - PreferencesTools - Options - LibreOffice Impress - General.
Agarsiisa islaayidii jalqabuuf, kanneen ittii aanaan kessaa tokko hojadhu:
Kamshaa Pirazanteshinii irraa sajoo Agarsiisaa Islaayidii cuqasii.
Mull`annoo Baratamoo kessaa islaayidii mirgaa cuqaasii kana booda Agarsiisa Islaayidii fili.
F5 dhiibi.
Foddalee jalattii aloolaa foddaalee kessaa, faayilii *.sxior*.odp mirgaa cuqaasii kana booda Muli`isii fili.