Torrii

Iddoo islaayidottaa debistee tartibessuuf matadureewwan islaayidii fi irrantoo gulaaluu dandessuutti gara mul`annoo toorrittii jijjirrama.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose View - Outline.


Kaballi Dhangeessa Barruu, matadureewwan islaayidiitii fi sajoowwan armaan gadii of keessatti qabaata:OlGuddisi, GadGuddisi, Ol Siqsi fi Gadi Siqsi. Yoo mata dureewwan islaayidii gabatee cuqoottiin debistee tartiibessuu barbaadde qareen jalqabaa mata duree irrattii argamuu ishee mirkanessii akkasumaas mataduree sadarkaa tokko gaddii busuuf Tab dhiibi. Mata duree sadarkaa tokko olii siqsuuf, shift+Tab dhiibi.

Sadarkaan torii olanaan matadureewwan islaayidii waliin yemuu wal gittuu innii gaddii annaa immoo iranttoo islaayiddii waliin walgitta.

Please support us!