LibreOffice 24.2 Help
Dirqaala ulaagaalee jalqabaa JRE dhaaf galchuuf gongee dhaamsaa kana fayyadamuu dandeessa. Qindaa'inootni gongee dhaamsaa kana keessatti ifteessitu JRE jalqabdu hundaaf ni raawwata.
Ulaagaa jalqabaa JRE akka yeroo sarara ajajaa irra jirtuu galchi. Ulaagaa tokko tarree ulaagaalee jalqabaa jiraniitti dabaluuf Ramadi cuqaasi.
Arfii cufiinsaa yookiin waraabbii maqaalee daandii keessatti hin fayyadamin.
Fakkeenyaaf, amala sirna "myprop" ukaankaatti xiyyeeffachiisuuf, ulaagaalee armaan gadii galchi:
-Dmyprop=c:\program files\java
Yaala JRE keessaa dandeessisuuf, ugaagaalee armaan gadii galchi:
-Xdebug
-Xrunjdwp:geejjiba=dt_socket,kaadima=y,teessoo=8000
Jijjiiramni kun erga LibreOffice lamkaasamee booda mul'ata.
Ulaagaalee jalqaba JRE ramadaman tarreessa. Ulaagaa jalqabaa balleessuuf, ulaagicha filadhu, aachiin Balleessi cuqaasi.
Ulaagaa jalqaba JRE ammee tarreetti dabala.
Opens a dialog where the selected JRE start parameter can be edited.
Ugaagaa jalqaba JRE filatame balleessa.