Hidhaa kuusaa deetaa

Creates or edits an entry in the Databases tab page.

Faayilii kuusaa deetaa

Daandii fi maqaa faayilii kan faayilii kuusaa deetaa galchi. Maqaan faayilii fufaa *.od dhaan dhumuu qaba.

Iyya'i

Gongee dhaamsaa faayilii bakka faayilii kuusaa deetaa filattu bana.

Maqaa galmaa'e

Kuusaa deetaaf maqaa galchi. LibreOffice maqaa kana fayyadamuudhaan kuusaa deetaa argata.

Please support us!

Please support us!