Tarree garagalchi

Maadheelee mallattaa'an gara tarree tartiibaatti garagalchuuf si dandeessisa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Open a spreadsheet document, choose - LibreOffice Calc - Sort Lists - Copy button.


Tarree irraa

Dirqaalaalee Tarreewwan fi Sarjaaleejidduudhaa tokko filadhu. Maadheeleen barruu hin qabne yeroo garagalchuu ni gatamu.

Dalgee

Dirqaala Tarreewwan qabiyyeewwan tarreewwwan filatamanii tarree keessaa goolabuuf filadhu.

Sarjoo

Dirqaala Sarjoo qabiyyeewwan sarjoolee filatamanii tarree keessaa goolabuuf filadhu.

Please support us!