LibreOffice 25.2 Help
Defines the security options for saving documents, for web connections, and for opening documents that contain macros.
Opens the "Security Options and Warnings" dialog.
Iddoolota maqaa fayyadamaa fi furtuu barbaadan salphaatti argachuuf akka dandeessisu furtuu hundataa galchuu dandeessa.
Yoo dandeessifame, LibreOffice furtuuwwan hundaa kan faayiloota kaadimoota saaphaphuu irraa argachuuf fayyadamtu icciitiin kuusa. Furtuuwwan tarree keessaa erga furtuu hundataa galchitee booda baafachuu dandeessa.
Old configurations may contain weakly encrypted passwords, in this case an infobar is shown when the application starts to prompt to reenter the master password in order to resave them with stronger encryption.
Check to enable all connections' passwords to be protected by a master password.
Gongee dhaamsaa Furtuu Hundataa Galchi bana.
Furtuu hundataa gaafata. Yoo furtuun hundataa sirrii ta'e, gongee dhaamsaa odeeffannoo walindhaa saaphaphuu kuufame agarsiisa.
Gongeen dhaamsaa odeeffannoo walindhaa saaphaphuu kuufame tarree iddoolota saaphaphuu fi maqaalee fayyadamaa kan duraan galchite agarsiisa. Galfata kamiyyuu filattee tarree keessaa balleessuu dandeessa. Galfata filatameef furtuu arguu dandeessa.
Maakiroo raawwachuu fi barreessota macro amanamaa ifteessuuf gulantaa ittisaa sirreessi.
Opens the Macro Security dialog.