LibreOffice 24.8 Help
Dirqaalee kan sagantaalee LibreOffice akka caalaatti fayyadamtoota sirriitti arguu hin dandeenye yookiin rakkoo biroo qaban gaheenya kennan qindeessa.
Dirqaalee gaheenyaa qindeessa.
Galmee dubbisqofa keessatti qaree mul'isa.
Previews animated graphics, such as GIF images, in LibreOffice.
Barruu sochii fakkaatu kan akka dhangi'aa fi marfata LibreOffice keessatti duragarsiisa.
Addaadoon olaanaa qindaa'ina sirna dalagaa kan changes the system color scheme to improve readability. You can decide how LibreOffice uses the high contrast settings of the operating system.
Handaaronni maadhee fi gaaddidduuwwan hoggayyuu yeroo haalatni rukkina olaanaa kaka'e halluu barruutiin mul'atu. Halluun duubee maadhees ni dhiisama.
LibreOfficeyeroo halluun dubee sirnaa garmalee gurraacha'e gara haalata addaadoo alaanaatti dabarsa.
Bocquuwwan LibreOffice qindaa'inoota halluu sirnaatiin fayyadamuun mul'isa. Dirqaalli kun mul'isa argii qofa miidha.
Qindaa'inoota addaadoo olaanaa sirna dalagaa durargiiwwan fuulaa irratti raawwata.