Bocquuwwan

Bocquu filannoo bocquu keetiin bakka buusa. Bakka buusni kan bakka bocquu bakka buusu yeroo argii irratti mul'ate yookiin yeroo maxxansaa qofa dha. Bocquu murtaa'e tottolcha galmee kee keessaa hin jijjiiru.

Yoo barbaadde, bakka buusa durtii bocquu kan sirni dalagee kee fayyadamu yeroo bocquu hin jirre galmee keessaa mudatu faccisa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose - LibreOffice - Fonts.


Sajoo Yaaddannoo

Bakka buusni bocquu argama bocquuwwan wal quunnama fayyadama LibreOffice keessa jiran miidha.


warning

Some options cannot be reset once edited. Either edit back the changes manually or click Cancel and reopen the Options dialog.


Gabatee bakka buusaa raawwata

Qindaa'inoota bakka buusuu qindeessitu dandeessisa.

Gabatee bakka buusuu

Bocquu jalqabaa fi kan isa bakka buusu tarreessa. Hoggayyuu filadhuutii bocquu argii fi bocquu maxxansaa, yoo bocquun jalqabaa sirna kee keessatti yoo ijaaramellee bakka buusa. Bocquu argii qofa bakka buusuuf Argii qofa filadhu.

Yeroo mara haalojii

Haalojii qofa argii

Gocha bakka buusuu

mirkanaa'e

bakka duuwwaa

Bocquu argii irratti bakka buusuu fi yeroo maxxansaa, akka bocquun ijaarame ykn akka hin ijaaramne.

mirkanaa'e

mirkanaa'e

Argii qofa irratti bocquu bakka buusuuf, akka bocquun ijaarame ykn akka hin ijaaramne.

bakka duuwwaa

mirkanaa'e

Argii qofa irratti bocquu bakka buusuuf, garuu yoo bocquun hin jiru ta'e qofa.

bakka duuwwaa

bakka duuwwaa

Bocquu argii irratti bakka buusuu fi yeroo maxxansaa, garuu yoo bocquun hin jiru ta'e qofa.


Bocquu

Maqaa bocquu bakka buusuu barbaaddu filadhu yookiin galchi.

Wajjin galchi

Maqaa bocquu ittiin bakka buusuu barbaaddu filadhu yookiin galchi.

Raawwadhu

Bakka bu'iinsa bocquu filatame raawwata.

Sajoo

Raawwadhu

Balleessi

Bakka bu'insa bocquu filatamee balleessa.

Sajoo

Balleessi

Qindaa'inoota bocquu HTML fi Maddawwan bu'uuraatiif

Bocquu fi hanga bocquu argama HTML fi madda lakaddaa bu'uuraatiif filadhu.

Bocquuwwan

Bocquu fi hanga bocquu argama HTML fi madda lakaddaa bu'uuraatiif filadhu.. Bocquu mijaawaa ufmaan arguuf Automatic filadhu.

Bocquu gitaalaa qofa

Bocquuwwan gitaalaa qofa sanduuqa tarree Bocquuwwan mul'isuuf dhugoomsi.

Hanga

Hanga bocquu argama HTML fi madda lakaddaa bu'uuraatiif filadhu.

Please support us!