LibreOffice 24.8 Help
Kabalii Naanna'insa Unkaa sajoowwan akka gabatee kuusdeetaa ykn mulannoo deetaa too'atu of keessaa qaba. Kabalichii galmee isa dirreewwan of keessaa qabu isa kuusdeetaatti walqabatee jalatti mul'ata.
Kabalii Naanna'insa Unkaa galmeewwan keessa siquuf akkasuumas galmeewwan saaguu fi haquuf itti fayyadamuu nidandeessa. Yoo deetaan unka keessatti olkaa'amee, jijjiiramichi gara kuusdeetaatti darba. Kabalii Naanna'insa Unkaa akkasuumas fo'aa, gingilchaa, fi galmeewwan deetaatiif dalagawwan barbaachaa of keessaa qaba.
Sajoo kabala Naanna'insaa, kabala Naanna'insaa Too'annaa Caalaa irraa unkatti ida'uuf fayyadamuu nidandeessa.
The Navigation bar is only visible for forms connected to a database. In the Design view of a form, the Navigation bar is not available. See also Table Data bar.
Dalagawwan fooyinsa fi gingilchuutiin mul'annoo deetaa too'achuu nidandeessa. Gabateewwanii xabboo hin jijjiiraman.
Ajajii fooyi ammaa ykn gingilchaan galmee ammaa waliin olkaa'amu. Yoo gingilchaan qindaa'ee, sajoo Gingilchaa Fayyadami kabala Naanna'insaa irraa kakaa'aadha. Amalawwanii fooyinsa fi gingilchaa galmee keessaa, akkasuuma qaaqa Amalawwan Unkaa keessatti qindaa'uu nidandaa'a. (Amalawwan Unkaa - Deetaa - Amalawwan Fooyi fi Gingilchaa filadhu).
Himii SQL yoo unkaaf bu'ura tahe (Amalawwan Unkaa - caancala Deetaa - Madda Deetaa ilaali), kana booda dalagawwanii gingilchaa fi fooyii kan mul'atan yammuu himii SQL gabatee tokko qofaaf yammuu wabii tahu qofaaf, yammuu haalata SQL dhalootaa keessatti hinbarreefamne qofa.
Lakkoofsa kuusaa ammaa mul'isa. Gara kuusaa walitti dhufootti deemuuf lakkoofsa tokko galchi.
Gara galmee isa jalqabaatti sigeessa.
Gara galmee isa duraaniitti sigeessa.
Gara galmee isa ittaanuutti sigeessa.
Gara galmee isa xumuraatti sigeessa.
Kuusaa haaraa tokko uuma.
Galfataa deetaa haaraa tokko olkaa'a. Jijjiiramichii kuusdeetaa keessatti galmeefameera.
Galfata deetaa tokkoof baabbi sihayyama.
Galmee tokko haqa. Gafatichii haquun dura mirakaneefachuu barbaadda.
Refresh current control