LibreOffice 7.4 Help
Kabalii Gabatee , dalagaawwan isa ati yammuu gabateewwan waliin hojeechuudhaaf sibarbaachissu of keessaa qaba. Yammuu ati qaree gabatee keessatti siqsiitu mul'ata.
Kamshaa Akkaataa Sarara banuuf sajoo kana, iddoo akkaataa sarara handaaraa fooyyessuu dandeessutti cuqaasi.
Sajoo Halluu Sarara (kan handaaraa) kamshaa Halluu Handaaraa banuuf, isa halluu handaara wantaa jijjiiruf si dandeessisu cuqaasi.
Sajoo Handaarota kamshaa Handaarotaa banuuf, iddoo bal'ina handaara waraqaa ykn wantaa fooyyessuu dandeessa.
Combines the contents of the selected cells into a single cell, retaining the formatting of the first cell in the selection.
Gabatee keessatti, tarreewwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Gabatee - Saagu - Tarreewwan filachuun), kana banuun tarree tokko chaalan yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarree tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka xabboon tarreewwan filatamaniitti, tarreewwan hojjaan saanii walfakkaatan saaga.
Filannoo booda, gabatee keessatti tarjaawwan tokko yk tokko chaalan saaga. Qaaqa (Table - Insert - Columnsfilachuun), kana banuun altokkoon tarjaawwan hedduu yk sajoo cuqaasuu kee dura, tarjaawwan tokko chaalan filachuun saaguu nidandeessa. Toftaan lamattaa, akka tarjaawwan filatamaniitti, tarjaawwan bal'ini saanii walfakkaatan saaga.
Opens the Table Design. Double-click a preview to format the table.
Table Design