LibreOffice 25.2 Help
Amaloota faayilii, kan akka maqaa barreessaa, dhimma, fi jefuraawwan, galmeewwan kee akka taliiguu fi adda baasu gargaara. Akkasumas LibreOffice xiinannoo faayilii faana bu'a, lakkoofsa jechootaa fi lakkoofsa fuulota galmee keessaa dabalatee, akkasumas xiinannoo akka qaama amaloota faayiliitti ofumaan ida'a.
You can view file properties for the current document
.Faayilii - Amaloota fili.