LibreOffice 26.2 Help
Click the arrow next to the Font Color icon to activate a toolbar from which you can choose from a range of colors.
Halluu Bocquu
Kan kanaan gadii mojuuloota hundaa (LibreOffice Barreessaa, Calc, Fakkasaa, Toleessaa): Barruu halluu biraa akka qabatu barbaadu fili, sanaa booda kamshaa irraa halluu barbaadu cuqaasi.