LibreOffice 24.8 Help
LibreOffice uses the installed fonts of your system. In a text document you can select from all printable fonts. In an HTML document or in Web layout, only fonts that are visible on screen are offered. In spreadsheets and drawings you can select from all installed fonts.
In the Print dialog or the Printer Settings dialog, select the printer from the printers list box and click Properties. The Properties dialog appears containing several tab pages. This is where you can make settings that are used according to the PPD file of the selected printer.
Fuula caancalaa Waraqaa irraatti, dhangii fi harkata waraqichaa qindeessuun akka qindaa'ina durtiitti fayyadamuu dandeessa.
Fuula qaaqaaMi'airratti, filannoowwan baay'ee mijatoo ta'an maxxansaa keetiif filuu dandeessa. Yoo maxxansaan kee adii fi gurraachaan qofa maxxansa ta'e,Halluujalatti "grayscale" filadhu, kanarraan kan hafe"color" filadhu. Yoo gara saxxiilaatti darbuun bu'aa hin barbaachifne argamsiise,Colorjalatti "color" filadhu itti aansuun haala akkeessaan maxxansaa ykn PostScript itti fayyadamu ilaali. Dabalataanis, fuula qaaqaa kana irratti sirrummaa halluu sadarkaa PostSscript dhaan qindeessuu dandeessa.
Sanduuqa tarree keessaa maxxansaa filame Maxxansitoota Ijaaramanakka maxxansaa durtiitti tolchuuf, maqaasaa lama cuqaasi ykn qabduu Durtiicuqaasi.
If you have installed fax4CUPS on your computer you can send faxes with the LibreOffice software.
A dialog prompting you for the phone numbers to send the fax to will appear after the printout when printing to a fax4CUPS printer. Multiple numbers can be entered separated by ;
In LibreOffice you can also activate an icon for sending faxes to a default fax. To do this, choose Tools - Customize - Toolbars, click Add Commands and add from "Documents" the Send Default Fax icon. You can set which fax is used when this button is pressed under - LibreOffice Writer - Print.
Hojii maxxansaa addaa faaksiwwan hundaaf uumuu kee yaadadhu, yoo kun ta'uu baate, fudhataan jalqabaa faaksiiwwan hunda fudha. Qaaqa Meeshaalee - Makiinsa Ergannoo keessaa dirqaaleeMaxxansaafiladhu itti aansuudhaan sanduuqa filannoohujiiwwan maxxansa qeenxeefiladhu.