LibreOffice 24.8 Help
To prevent two words from being separated at the end of a line, hold down the
and the Shift key when you type a space between the words.Calc keessa, iddoowwan hin cinne saaguu hin dandeessu.
An example of a non-breaking hyphen is a company name such as A-Z. Obviously you would not want A- to appear at the end of a line and Z at the beginning of the next line. To solve this problem, press Shift++ minus sign. In other words, hold down the Shift and keys and press the minus key.
Mursaawwan dheeraa saaguuf, Meeshaalee - Dirqaleewwan OfiinSirreessaa- Dirqaleewwan the Mursaawwan bakka buusi filannoo (only on Windows systems) jalaa barbaaduu dandeessa. Filannoon kun haalota murtaa`aa en-dash ykn em-dash ykn (ilaali gargaarsa LibreOffice ) waliin mallattoo hir`isuu tokko ykn lama bakka buusa.
Dabalataan bakka buusuuf gabatee bakka buusaa Meshaalee - OfiinSirreessaa- Bakka Buusi jalaa ilaali. Kanneen biraa keessaa, qaxxaamura ofummaan, bocquu biroo keessatti mataasaa, mursaa gargaaramuun bakka buussuu damdeessa.
To support automatic hyphenation by entering a soft hyphen inside a word yourself, use the keys +minus sign. The word is separated at this position when it is at the end of the line, even if automatic hyphenation for this paragraph is switched off.