Karaa Xiyyoolee Uumuu

Yeroo rogarfee ykn sanduuqa balbaltoo fankishinoota fakkaasi gargaaramuun saagduu fi sajoo tuqaalee kamshaa fakkasi irraa kakaastu, goodayyaa xiqqoo gama bitaan gubbaa xiyyoo wantaa irraa ilaaluu dandeessa. Goodayyaan xiyyoon hagamiin akka siiqe agarsiisa. Yommuu goodayyaan xiyyoo bitaa irraan taa`u, siiquun hin uumamu. Yommuu goodayyan gubbaa wantaa handhuura qabannoo irra taa`u, xiyyooleen hanga danda`ameti ni siiqa. Digirii siiquu goodayyaa bakkoota lamaan gidduu siiqsuudhaan sirreesuun ni danda`ama.

Akeektuu hantuutee akka harkaa

Osoo qabee sanduuqa irraa keessan mallattota hark ni jijjiira. Hanga siiqe jijjiiruuf sanduuqa harkisuu ni dandeessa. Tooriin bu`aa durargii agarsiisa.

Please support us!