Taliigaa Fooyya`aa

Baafatni Faayilii ajaja fooyya`aalee hedduu kan galmee faayilii walfakkaataa keessaa ol kaa`uuf sidandeessisan fooyya`aalee ofkeessatti qabata.

Tokko tokkoo fooyya`aa galmee ilaaluuf filaachuu ni dandeessa, ykn adda addummaa gidduu fooyya`aa jiru halluu mallatteessuu waliin agarsiisuu ni dandeessa.

Qaaqa keessaa galmee banuuf, sanduuqa makaa fooyya`aa galmee barbaadu kana keessaa filuu ni dandeessa.

Please support us!