LibreOffice 24.2 Help
Faankishiniin durargii LibreOffice keessatti galmeewwan barruu fi galmeewwan wardiif argama.
Jijjiirran hundi hin kuusaman. Fakkeenyaaf, jijjiirruun taabii dhabi bitaatti hiriirsuu irraa gara mirgatti hiriirsuu hin kuusamu. Hata`u malee, jijjiirraaan baratamaa akeekkoo dubbisaan hojjetame hundi kan akka ida`ama, haqamaa, fooyyessa barruu, fi dhaangessuu baratamaa proofreaderiin ni kuusamu.
To start recording changes, open the document to be edited and choose Edit - Track Changes and then choose Record.
Ammantana gocha jijjiirraaa jalqabi. Kan beekuu qabdu barruun dubbisootaa haaraan hundi kan ati saagdu halluudhaan jalamuramu, haata`umalee barruun hundi kan ati haqxe ni mul`atu garuu cufamuun halluudhaan agarsiisamu.
Osoo akeektuu hantuuteen gara mallattoo jijjiirrati siiqxe, akaakuu jijjiirraaf, barreessaaf, guyyaa fi sa`atii kan guyyaaf jijjiirraa qaccee gargaarsaa keessaa wabii ni agarta. Osoo qajeelchi baay`atee ammas dandeessifame, jijjiirraa kana irraa yaadota kamiyyuu argaman ilaaluu ni dandeessa.
Jijjiirran galmee wardii keessatti man'eewwan handaara maddiitiin shoolamu; yeroo man`eetti tuqxu jijjiirama kana irraa Qaccee Gargaarsaa keessaa oddeeffannoo caalu gadi faggeenyaan argita.
You can enter a comment on each recorded change by placing the cursor in the area of the change and then choosing Edit - Track Changes - Comment. In addition to Extended Tips, the comment is also displayed in the list in the Manage Changes dialog.
To stop recording changes, choose Edit - Track Changes - Record again. The check mark is removed and you can now save the document.
Galmee barruu keessaa, sararoota hunda dabalataan mallatteessuu hallaawwuu jijjiirte Shoola gochuu ni dandeessa. Fakkeenyaaf,kun muudana keessatti unka sarara diimaa ni ta`a.
To change the settings for tracking changes, choose - LibreOffice Writer - Changes or on the - LibreOffice Calc - Changes.