Protecting Contents in LibreOffice

Kan kanaan gadii ilaalcha gubbaa toftaa addaa addaa qabeentoota kan LibreOffice keessaa akka hin jijjiiramne, hin haqamne ykn ilaalamne eeganidha.

Protecting Documents With Passwords When Saving

Galmeewwan hundi Dhangii OpenDokumentiidhaan olkaa'aman ittigaan olkaa'amuu ni danda'u. Galmeewwan ittigaan olkaa'aman ittigaa malee banamuu hin danda'an. Qabiyyichi hayyisameera akka gulaalaa alaantoon akka hin dubbifamneef. Kuni qabiyyeef, saxaatoo fi wantoota OLEf fayyada.

Hayyisa banuu

Faayilii - Akka Olkaa'i filiiti, Saanduqa filannoo Ittigaan wajjin olkaa'i mallattoo kaa'i. Galmee olkaa'i.

Hayyisa dhaamsuu

Galmee bani, iggita sirrii saagi. Faayilii - Akka Olkaa'ifilitti saanduqa filannoo Iggita wajji olkaa'i haqi.


tip

It is possible to use OpenPGP to define private and public keys to be used to encrypt LibreOffice documents. Read Encrypting Documents with OpenPGP to learn more on how to set up OpenPGP encryption keys.


Irra-deebi'ama Mallattoo itti godhame Eeguu

Calc LibreOffice fi Writer LibreOffice keeessatti jijjiirama yeroo hunda hojjatameen, faaankshiniin keeddeebii eenyu akka jijjire kuusa. Faankishiniin kun hayyisa wajjin kafame, kanaaf yoo igginni sirri itti gale qofa dhaamuu danda.a. Hanga sanatti, jijjiiramonni hundi kuufamuu itti fufu. Jijjiramni fudhatamaa fi gatiinsaa hin danda'amu.

Hayyisa banuu

Choose Edit - Track Changes - Protect. Enter and confirm a password of at least one character.

Hayyisa dhaamsuu

Choose Edit - Track Changes - Protect. Enter the correct password.


Goodayyota, Saxaatoo, fi wantoota OLE eeguu

Qabeentoo, qubannoo fi hamamtaa saxaatoo sagamee eeguu dandeessa. Goodayyota (barreessaa keessatti) fi wantoota OLE wanta falfakkaataatu irratti dalgama.

Hayyisa banuu

For example, for graphics inserted in Writer: Choose Format - Image - Properties - Options tab. Under Protect, mark Contents, Position and/or Size.

Hayyisa dhaamsuu

For example, for graphics inserted in Writer: Choose Format - Image - Properties - Options tab. Under Protect, unmark as appropriate.


Fakkasa Wantoota fi Unka Wantoota Eeguu

Wantoota fakkasaa kan kamshaa Fakkasa waliin galmeewwanitti saagdu akkatasaa hammamtaa isaaniin siiqan ykn jijjiiraman ni eegamu. Wantoota unkaa kamshaa Too`annoowwan Unkaa saagaman waliin haala walfakkaatuun hojjedhu.

Hayyisa banuu

Cancala Dhangii - Wanta - Qubannoo fi hammamtaa- Qubannoo fi hammamtaa fili. Saanduqa filannoo Qabannoo ykn Hammamtaa mallatteessi.

Hayyisa dhaamsuu

Cancala Dhangii - Wanta - Qubannoo fi hammamtaa- Qubannoo fi hammamtaa fili. Saanduqa filannoo Qabannoo ykn Hammamtaa hin mallatteessin.


Please support us!