LibreOffice 24.8 Help
Maxxansaalee hundi hanga qarqara waraqaatti maxansuu hin danda'ani. Hedduun isaanii mudana hin maxansamne dhiisu.
LibreOfficen amala gari-ofmaa kan gara qarqara waraqaatti hanga danda'ame siiqsitee maxansuuf si gargaaran qaba.
Maxansaanke Faayilii - Qindaa'inoota Maxxansaa jalatti qindaa'uu isaa mirkaneessi.
Make sure that the Web in the View menu is not selected.
Select the Format - Page Style command, and go to the Page tab.
Muudanoota jalatti gatii olaantoo ykn gadaantoo muudanoota fuulaa (bitaa, mirga, irra, jala) qindeessuu ni dandeessa. Too'annaa sana cuqaasiiti furtuu Page Up ykn Page Down dhiibi. Durargiin sarara mursaa'aa naannoo hangii maxansamu danda'utti agarsiisa.
Qaaqa cufuuf TOLE cuqaasi.