Waa'ee Galmeewwan Maaykiroosoofti Offisii Jijjiiruu

LibreOfficeniin galmeewwan Maayikroo Offisii 97/2000/XP ofumaan banuu danda.a. Haa ta'u malee, amaloonni teessumaa fi dhangii galmeewwan Maayikroo Offisii baay'ee walxaxaa LibreOfficekeessatti adda addaan qabamu ykn hin deeggaraman. Akka bu'aatti, faayiloonni jijjiraman akkaataa irra deebi'ee dhanga'uu hujeeka xiqqoo barbaadu. Hammi irra deebi'ee dhanga'uu eegame walxaxiinsa caasaa fi dhangii galmee maddaa wajjin gitaawadha. LibreOfficeniin Barruuwwan Bu'uura Argaa kaasuu hin danda'u, garuu xiinxaluu keetiif isaan fe'uu danda'a.

Sajoo Yaaddannoo

The most recent versions of LibreOffice can load and save the Microsoft Office Open XML document formats with the extensions docx, xlsx, and pptx. The same versions can also run some Excel Visual Basic scripts, if you enable this feature at - Load/Save - VBA Properties.


Tarreewwan kana gadiitti argaman ilaalcha irrakeessaa waliigala amaloota Maayikiroosooftii Ofiisii findhara jijjiirraa fiduu danda'an laatu/ibsu. Kuni dandeettii qabiyyee galmee jijjiirametti fayyadamuu ykn ittiin hojjechuuke irratti dhiibbaa hin fidu.

Maykiroosoftii Woordii

  1. BocaUfmaa

  2. Mallattoo wayyeessaa

  3. Wantoota OLE

  4. Too'annaa muraasaa fi Dirreewwan unkaa Maayikiroosoofti Ofiisii

  5. Kasaalee

  6. Gabateewwan, goodayyaawwan, fi gulaallii sarjaa hedduu

  7. Geessitoota fi toorbarroota

  8. Saxaatoo faayoo jechaa Maykiroosoftii

  9. Arfiilee/barruu sochii fakkaatee

Maykiroosoftii paawor poo’eentii

  1. BocaUfmaa

  2. Addaan fageegna caancala, sarara, fi keewwata

  3. Saxaatoo duubee hundataa

  4. Garee wantootaa

  5. Galteewwan sabqunnamtii baay'ee muraasa

Maayikroosoftii ekseelii

  1. BocaUfmaa

  2. Wantoota OLE

  3. Too'annaa muraasaa fi Dirreewwan unkaa Maayikiroosoofti Ofiisii

  4. Gabateewwan qiinxaa

  5. Akkaakuuwwan taattoo haaraa

  6. Dhangeessa otoola

  7. Fakshinoota/Foormuloota tokkotokkoo (gadii ilaali)

Fakkeenyi tokkoo garaagarummaa Calc fi Ekseelii gatiiwwan buuliyaanii qabuu. TRUE man'ee A1 fi A2 saagi.

Sajoo Yaaddannoo

For a detailed overview about converting documents to and from Microsoft Office format, see the Migration Guide.


Galmeewwan Maayikiroosooftii Ofiisii kan ittigaan Eegaman banuu

LibreOffice tiin akkaakuu galmeewwan Maayikiroosooftii Ofiisii kana gadii kan ittigaan eegaman banuu danda'a.

Dhangii Maayikiroosooftii Ofiisii

Tooftaa icciteessa deegaraman

Woordii 6.0, Woordii 95

Icciteessa XOR dadhabaa

Woordii 97, Wordii 2000, Woordii XP, Woordii 2003

Icciteessa walta'oo Ofiisii 97/2000

Woordii XP, Woordii 2003

Icciteessa XOR dadhabaa fooyya'oota Woordii duloomoo irraa

Ekseelii 2.1, Ekseelii 3.0, Ekseelii 4.0, Ekseelii 5.0, Ekseelii 95

Icciteessa XOR dadhabaa

Ekseelii 97, Ekseelii 2000, Ekseelii XP, Ekseelii 2003

Icciteessa walta'oo Ofiisii 97/2000

Ekseelii XP, Ekseelii 2003

Icciteessa XOR dadhabaa fooyya'oota Ekseelii duloomoo irraa


Microsoft Office files that are encrypted by AES128 can be opened. Other encryption methods are not supported.

Please support us!