LibreOffice 24.8 Help
Firoomina dheerattoota maqaa faayilii Maayikroosoofti Offisii jijjiruuf faayiloota LibreOffice ykn Maayikroosoofti Offisii keessatti banuuf Foddaawwan Maayikroosoofti fayyadamuu:
Aloolaa Foddaawwanii keessa, akaakuu faayilii fayyadamaa biroof ramaduu barbaadde mirga cuqaasi.
In the context menu, choose Open with - Choose another app.
Tarree fayyadamtootaa keessaatti, sagantaa faayiloota akaakuu ammee banu fili. " Yeroo hunda sagantaa kana fayyadami" filatamu isaa hanqii ta'i.
Yoo dhawatoonni kun akaakuu Maayikroosooftii Wiindoosii kee irratti hin dalagamne, Gargaarsa Maayikroosooftii Wiindoosii kee barbaadi ajajoota waldoonni faayilii akkamitti akka jijjiiramuf.