LibreOffice 24.8 Help
Safartuuwwan gargarbaasuun galmeewwan Kitaabessaa LibreOfficef, Kitaabessaa/Saphaphuu LibreOfficef, Calc LibreOfficef, Toleessaa LibreOfficef fi Fakkasaa LibreOfficef filuu dandeessa.
Akaakuu galmee safartuuwwaniif jijjiirruu barbaade bani.
Choose
.Qaaqa hirdaatii bitaa keessaa, safartuuwwan filuu barbaadeef fayyadama lama - cuqaasi.
Safartuuwwan galmeewwan barruuf filuu yoo barbaade Kitaabessaa LibreOffice lama - cuqaasi.
Waliigala cuqaasi.
Fuula caancala Waliigala irraa, safartuu fili. Qaaqa TOLE waliin cufi.