Recording a Macro

LibreOffice can record commands executed with the keyboard and mouse in Writer and Calc

  1. Maakroo tokko isa kuufachuu barbaadduuf galmee bani.

  2. Meeshaalee - Maakroowwan - Maakroo Kuusaa filadhu.

    Sajoo Yaaddannoo

    If Tools - Macros - Record Macro menu item is missing, make sure that macro recording feature is enabled in - LibreOffice - Advanced.


    Qaaqa xiqqaa Kuusuu qabduu Kuusuu dhaabi jedhamu tokko waliin ilaalta.

  3. Galmee keessatti hojii akka kuusamu barbaade hojjedhu.

    Akka kuusaan maakroo hojii kana hantuutee cuqaasuun kuusamuu dideen, wantaa filuu dhiisuuf furtuu Dhiisii dhiibi.

  4. Kuusuu dhaabi cuqaasi.

    Iddoo maakroo olkaa`uu fi kaasuu dandeessutti, qaaqan Makroo argama.

    Yoo kuusuu maakroo osoo ol hin kaa`iin kute, qabduu Cufi qaaqa Kuusuu cuqaasi.

  5. Maakroo olkaa`uuf, iddoo maakroon sanduuqa tarree Maakroo olkaa`ii keessaa olkaa`uu barbaade keessaa jalqaba wantaa fili.

  6. Yoo maakroon manbarroo ykn mojuulii haaraa keessatti akka oltaa`u barbaade, qabduu Manbarroo Haaraa ykn Mojuulii Haaraa filuudhaan maqaa manbarroof ykn mojuuliif saagi.

  7. Sanduuqa barruu Maqaa Maakroo keessa maqaa maakroo haaraatiif saagi. Akka maqaati Bu`uura jefuroota hin gargaaramiin.

  8. Olkaa`i cuqaasi.

Daangaa kuusaa maakroo

Hojiileen armaan gadii hin kuusamne:

Please support us!