LibreOffice 7.5 Help
Sarara fakkasa wantaa galmee keessaa fili.
Dhangii - Sarara filaduutii Caancala Akaakuuwwan Sarara cuqaasi.
Sarara filannoo barbaade ifteessi.
Sarara dheerinaa akka dhibbeentaa sarara bal`inaatti ifteessuuf, Bal'ina sararatti taasisi fili.
Dabali cuqaasi.
Akkaataa sararaf maqaa saagi itti aansuun TOLE cuqaasi.
Akkaataa sarara tarree mammiloo akkaataa sarara olkaa`uuf, sajoo Akkaataalee Sarara Olkaa`i cuqaasi.
Qaaqa cufuuf TOLE cuqaasi.