Galmee Afaanii Filuu

Afaan galmee keef filatte kuusaa jechootaa too'ata qubeeffannoof fayyade, waa dhugoomsuu fi murfisa, kurnayee fi dhangessaa kumootaa fayyade fi dhangii mahaalaqa durtii murteessa.

Galmee hundaaf afaan filuu

  1. Choose . Go to Languages and Locales - General.

  2. Afaanota durtii galmeefjalatti, galmeewwan haaraa uumaman hundaf afaan galmee fili. Yoo Galmee ammee qofaaf tiif mallattoo keesse, filannoon kee galmee ammee qofaaf fayyade. Qaaqa OK wajjin cufi.

Akkaataa keewwataaf afaan filuu

  1. Akkaataa keewwata ittiin gulaaluu barbaaddu qaree keewwata keessa kaa'i.

  2. Baafata halqaraa baniitii Akaataa Keewwata Gulaaluu fili. Kuni qaaqa Akkaataa Keewwataa bana.

  3. CaancalaBocquu fili.

  4. Afaan filitiiTOLEcuqaasi.

    Keewwatoonni hindi akkaataa keewwata ammee wajjin dhanga'e afaan filatame qaba.

Barruu filatameef kallattin afaanitti gargaarami.

  1. Afaan fayyadamuu barbaadduuf afaan fili.

  2. Dhangii - Arfii fili. Kun qaaqa Arfii bana.

  3. CaancalaBocquu fili.

  4. Afaan filitiiTOLEcuqaasi.

Kaalki LibreOffice, Dhangii - Seelootaafiliitii akkaataa sanan itti fufi.

Akkaataa arfiif afaan filuu

  1. Open the Styles window and click on the Character Styles icon.

  2. Maqaa akkaataa arfii afaan adda addaa fayyadamuu barbaaddee irratti cuqaasi.

  3. Right-click to open the context menu and select Edit Style to open the Character Style dialog.

  4. CaancalaBocquu fili.

  5. Afaan filitiiTOLEcuqaasi.

    Amma akkaataa arfii barruu kee filatameef fayyadamuu dandeessa.

Afaanota Barruu baay'ee ida'uu

  1. Galmeewwan jechootaa akka dheertootti dhiyeessuu fi ijaaruu. Meeshaalee - Afaan - Galmeewwan jechoota Baay'ee Karaarra fili fuula galmeewwan jechootaa iyyaafataa saphaphuu durtii keessaa banuuf.

  2. Tarree ibsootaa keessaa galeeloo fili. Ibsa galeeloo argachuu barbaaddu keessatti mataduree cuqaasi.

  3. In the next page, click the Get It icon to download the dictionary extension. Note the folder name to which your browser downloads the file. Download additional dictionaries as you like.

  4. In LibreOffice, choose Tools - Extensions and click Add to install the downloaded extensions.

  5. Dheertoowwan erga ijaartee booda, LibreOffice (Kaasaa Ariitii dabalatee)cufiitii, lamkaasi.

Afaan UI Ijaaruu

Ijaarsii durtii mosajjii OpenOffice.org dhaan walquunnama fayyadamaa (UI) kan afaan ati filattee siif laata.

Fayyadamoonii hedduun fooyya'aa Ingiliiffaa Ameeriikaanii isa ajajoota baafata Ingiliffaa fi gargaartu fayyadamaa Ingiliffaa isa siif laatu filatu. Baafatootaaf afaan kabiroo yoo barbaadde, afaan UI akka armaan gadiitti jijjiiri.

  1. Choose - Languages and Locales - General.

  2. Saanduqaa tarree kana "Walquunnama fayyadamaa" keessaa afaan Ui kabiroo fili.

  3. Click OK and restart LibreOffice.

  4. Yoo saanduqii tarree afaan ati abarbaaddu siif hintarreesine, "Afaanoota UI Dabalataa Ida'uu" ilaali.

Afaanoota UI Dabalataa Ida'uu

- Languages and Locales - General

Dhangii - Arfii - Bocquu

Please support us!