Arfiiwwan Addaa Saaguu
Faankishiniin kuni arfiiwwan addaa kan akka mallattoowwan filannoo, sanduuqota, fi mallattowwan bilbilaa garakeessa barruukeeti akka saagdu sii eeyyamu.
-
To view a repertoire of all characters, choose .
-
In the large selection field double-click on the desired character, which is inserted in the current document.
-
Dirree naqa barruu kamiifuu (dirreewwan kan akka qaaqa Barbaadii fi Bakka buusii keessaa) kan dhiibdu Shift+AjajaCtrl+S qaaqa Arfiilee Addaa banuuf.
Yeroo ammaa karaan ittiin gabatee furtuu irraa sududaan malduu waliin xalayoota galchan sadiitu jiru.
Sun Solaariisii: Gabatee furtuu Sun fayyadamuudhaan. Jalqaba furtuu barqii gara mirga kabala iddootti argamu dhiibi, achii fooyyii jalqabaa fi lammaffaa galchi.
Liinaksii / NetBSD: dead-keys/Furtuuwwan du'oo fayyadamuudhaan. Foddaa xterm/dhumaa keessaa jalqaba furtuu (´) yookiin (`) dhiibi. Arfiin argii irratti maul'achuun irra hin jiraatu. Amma qubeewwan akka "e" dhiibi. e malduun é ykn è kannamaaf. Yoo tahuu baate,faayilii XF86Config keessa yoo "nodeadkeys" XkbdVariant achitti fe'ameera tahe mirkaneessiti bakka isa buusi.Jijjiiramaa qeeyee qindaa'e SAL_NO_DEADKEYS, kan dead-keys/furtuuwwan du'oo kaka'umsalaa qabaachuus ni dandeessa.
Sirnoota yuuniksii hunda: (Caatoo Alt) akka furtuu barqii dabalataatti. Furtuun (Caatoo Alt)LibreOffice keessatti akka furtuu barqiitti hojjechuu ni danda'a, yoo jijjiiramaa qeeyee SAL_ALTGR_COMPOSE qindeessite. Furtuun(Caatoo Alt) jijijjiirtuu haalataa/switch_mode ceesisuu qaba, akka , fakkeenyaaf, xmodmap -e "keysym Alt_R = Mode_switch" qindaa'uu qaba. Jalqaba (Caatoo Alt) dhiibi, achii fooyyiin isa jalqabaa , achii fooyyii isa lammaffaa. Arfiiwwan akka sirna soolaariisii faayilii /usr/openwin/include/X11/Suncompose.h. keessaa irratti ibsametti walitti makamu.