LibreOffice 25.2 Help
Kamshaa Fakkaasaa banuuf Mul'annoo - Kamshaawwan - Fakkaasaafili.
Wantootni fakkaasaa tarreetiin gulaalamuu yookiin fooyyeffamuu ni danda'u. Wantootni fakkaasaa karaa kanaan uumaman saxaatoo veektarii, kan ati dhabinsa qulqullinaa kamiyyuu malee bilisaan safaruu dandeessu dha.
Rogafree uumuuf, sajoo rektaangilii cuqaasiiti qareeke gara iddoo galmeeke keessaa bakka xiyyoon rektaangilichaa tokko akka tahu barbaaddutti siiqsi. Qabduu hantuutee dhiibiitii osoo gara faallaa xiyyoo rektaangilichaatti harkisaa jirtuu gadi isa qabi. Yommuu qabduu hantuutee gad lakkiftu, rektaangilichi galmee keessatti saagama. Inni filatameera, karaa baafata halqaraa amaloota isaa gulaaluu ni dandeessa.
Wantoota fakkaasaa xiyyoo tokko irraa gara isa birootti harkisuurra handhuura irraa banuu yoo barbaadde, osoo harkisaa jirtuu furtuu
gadi qabi.soo harkisaa jirtu furtuu gadi qabuun wanta uumame daangessa. Fakkeenyaaf, bakka rektaangilii iskuweerii argatta, bakka luulloo geengoo argatta. Gadi qabamee yommuu qabdoo wanta jiraataa harkistu, reeshoon aspektii wantichaa akkasumatti tura.
Wantoota madaaluuf, jalqaba meeshaa filannootiin isaan irratti cuqaasuun isaan fili. Qabdoota saddet naannoo wantichaatti argita. Yommuu qabdoota xiyyoo afran keessaa tokko harkistu, yommuu xiyyoonni biroo sadan siiqani xiyyoon faallaa dhaabbataa tahee tura. Yommuu qabdoota cinaa keessaa tokko harkistu, cinaan faallaa dhaabbataa tahe tura.
Wanta fakkasaa safaruuf gabatee furtuu fayyadamuun
+Tab. Furtuu . To scale in smaller steps, hold down the yommuu xiyya furtuu gaqabdu. Esc dhiibi halata qaphxii gulaallii keessaa bahuuf.Wantoota fakkaasaa siiqsuuf, jalqaba isaan fili. Wanta tokkootii ol filachuuf osoo cuqaasaa jirtuu furtuu dhiibi. Wantoota barruu sirrimaan qarqara isaanii irratti cuqaasuun fili. Qabduu hantuutee gad qabdee osoo jirtuu, wantoota gara iddoo isa haaraatti harkisi.
Gabatee furtuu fayyadamuun fakkaasaa siqsuu yoo barbaadde, duraan dursi wanta fili itti aansuun xiyya furtuu. Ejjatoo xiqqaadhaan siqsuuf,
yommuu xiyya furtuu dhiibdu.To enter text to be a part of a graphics object, select the object and start typing your text. Click outside the object to end entering text. Double-click text inside an object to edit the text.
Wantoota fakkasaa erga uumtee fi gulaaltee gara haalata barruu baratamootti deebisuuf naannoo galmichaa fakkaasaa yookiin wantoota biroo hin qabne keessa cuqaasi. Yoo qaree fakkaasaa argite, jalqaba sajoo Fili cuqaasuun haalata kana keessaa bahi.