Geessitoota Saaguu

Geessitoota karaa lamaan saaguu ni dandeessa: akka barruutti yookiin akka qabduutti. Dubbiiwwan lamaanuu keessatti, barruun mul'ataan URL irraa adda tahuu ni danda'a.

Place the text cursor in the document at the point where you want to insert the hyperlink or select the text that you want to put the hyperlink on. Select Hyperlink command from the Insert menu. Alternatively click on the Icon Hyperlink icon on the Standard toolbar. The Hyperlink dialog appears.

Sajoo Qaxxee

Geessitoonni Naannessaa irraa harkisanii ka'uudhaanis saagamuu ni danda'u. Geessitoonni wabii, matadureewwan, saxaatoowwan, gabateewwan, wantoota, galeeloo yookiin toorbarruuwwan agarsiisuu ni danda'u.


Sajoo Qaxxee

Geessituu barruu kan Gabatee 1 agarsiisu keesssa saaguu yoo feete, galfata Gabatee 1 Naannessaa irraa harkisiiti barruu keessa kaa'i. Kana gochuuf, haalatni harkisuu Akka Geessituutti Saagi Naannessaa keessaa filatamuu qaba.


Please support us!