LibreOffice 25.2 Help
Yommuu geessituu galmee Barreessaa keessaa
-cuqaasi gootu, iyyaafataan saphaphuu kee teessoo saphaphuu gaafatameen banama. Yoo hantuutee hin fayyadamtu tahe, qaree keessa geessituu qubachiisiiti baafata halqaraa Shift+F10 tiin bani, achii Geessituu Bani fili.Galmeewwan Barreessaa keessaa, garakeessa geessituu bakka halle cuqaastee barruu mul'atu gulaaluu ni dandeessa.
If you leave the hyperlink by positioning the cursor elsewhere, only the visible text changes.
Arfii eddoo sududaan arfii isa dhumaa hordofuun galchuun geessituu yoo dhiifte, OfiinSirreessaan yoo dandeessifame URL galtee akka barruu mul'ataa waliin wal fakkaatutti jijjiira.
Gosoota galmee hundaa keessaa, geessituu gulaaluuf qaaqicha Geessituu banuu ni dandeessa. Jalqaba qaree garakeessa geessituutti yookiin sududaan fuuldura geessituutti qindeessii, achii kabala Walta'inaa irraa sajoo Geessituu cuqaasi.
Dirqala 1: Akka gubbaatti ibsame, Qaaqa Geessituu bani.
Open the Styles window.
Sajoo Akkaataalee Arfii bani.
Right-click the āInternet Linkā or āVisited Internet Linkā character style, and choose
.Qaaqa keessaa, amaloowwan haaraa filiitii, TOLE cuqaasi.
Hyperlink buttons must be edited in Form design mode.
Select menu
and enable the Form Controls toolbar, click on the Design Mode icon and click on the button. The button handles shows.Open context menu and select
.Edit the property in the control dialog box.