Kuusaa faayaa Irraa Wantoota Saaguu

Wanta akka garagalcha tti yookiin akka geessituu tti galmee keesssa saaguu ni dandeessa. Garagalchi wantaa wanta xabboo irraa bilisa. Jijjiiramni wanta xabboo garagalcha irratti galteewwan hoomaayyuu hin qabu. Geessituun wanta xabboo irratti hirkataa tahee hafa. Jijjiiramni wanta xabboo geessituu keessaattis ni calaqqisiisama.

Wanta akka garagalchaatti saaguu

  1. Kabala Walta'inaa irraa sajoo Kuusaa faayaa cuqaasuun, yookiin Meeshaalee - Kuusaa faayaa filachuun Kuusaa faayaa bani.

  2. Dhamsa fili.

  3. Cuqaasa qeenxee fayyadamuun wanta fili.

  4. Wanta garakeessa galmichaatti harkisi, yookiin baafata halqaraa banuuf mirga cuqaasiitii Saagi fi Garagalchi fili.

Wanta akka geessituutti saaguu

  1. Open the Gallery by clicking the Gallery icon on the Standard bar, or by choosing Insert - Media - Gallery.

  2. Dhamsa fili.

  3. Cuqaasa qeenxee tiin wanta fili.

  4. Drag the object into the document while pressing the Shift and keys, or right-click to open the context menu and select Insert and Link.

Wanta akka saxaatoo duubbeetti saagi

  1. Kabala Walta'inaa irraa sajoo Kuusaa faayaa cuqaasuun, yookiin Meeshaalee - Kuusaa faayaa filachuun Kuusaa faayaa bani.

  2. Dhamsa fili.

  3. Cuqaasa qeenxee tiin wanta fili.

  4. Baafata halqaraa baniiti Saagi - Duubbee - Fuula yookiin Keewwata fili.

Wanta biroof wanta akka makalluu (sarxaa)tti saaguu

  1. Kabala Walta'inaa irraa sajoo Kuusaa faayaa cuqaasuun, yookiin Meeshaalee - Kuusaa faayaa filachuun Kuusaa faayaa bani.

  2. Dhamsa fili.

  3. Cuqaasa qeenxee tiin wanta fili.

  4. Wanta irra wanta gara biroo galmee keessaatti harkisi.

Please support us!