LibreOffice 7.5 Help
You can use Fontwork to create graphical text art objects.
Yommuu fakkasaa kamshaa arguu beette yookan hojbocquu, kamshaa dandeessisuuf
fili.Fakkaasaa irratti kamshaa yookan Hojbocquu kamshaa irratti, sajoo Hojbocquu Kuusa Fayaa cuqaaasi.
Qaaqa Kuusaa faayaa Hojbocquu keessaa, akkaataa Hojbocquu filiitii TOLE cuqaasi.
The Fontwork object is inserted into your document. Fontwork objects are Custom Shapes. Using the 3D Settings toolbar, you can switch the view at any time from 2D to 3D and back.
Haalata gulaaluu barruu galchuuf wanticha lama cuqaasi.
Barruu Hojbocquu durtii barruu dhuunfaa keetiin bakka buusi.
Haalata gulaaluu barruu keessaa bahuuf Esc dhiibi.
Click the Fontwork object. If the Fontwork object is inserted in the background, hold down the
key while you click.Kamshaan Hojbocquu ni agarsiifama. Yoo kamshaa Hojbocquu ilaaluu dadhabde, Mul'annoo - Kamshaawwan - Hojbocquu fili.
Sajoo kamshaa Hojbocquu keessaa cuqaasi.
Sajoowwan armaan gadii ni jiru:
Kuusaa faayaa Hojbocquu - wanta Hojbocquu kan biroo ida'a
Boca Hojbocquu - boca gulaala
Hojjaawwan Qubee Walfakkatan Hojbocquu - hojjaa arfiiwwanii jijjiira
Hiriirfama Hojbocquu - barrucha hiriirsa
Addaan fageenya Arfii Hojbocquu - Addaan fageenya fi rukkina arfii jijjiira
Click the Fontwork object. If the Fontwork object is inserted in the background, hold down the
key while you click.Kamshaa Amaloota Wanta Fakkasaa irraa amaloota filadhu.Yabbina sararaa, halluu sararaa, halluu guuti, akkaataa guuti, fi kanaaf kana kanfakkatuu jijjiiruu ni dandeessa.