LibreOffice 25.2 Help
Galmeewwan barruuf amaloowwan barbaaduun qaaqa Argadhuuti Bakkabuusii keessaa jira.
Barruu amaloowwan waliin kanneen sududaan dhaangessuun yookiin akkaataaleetiin faayidaa irra oolan barbaaduu ni dandeessa. Fakkeenyaaf, yoo amala Bocquu barbaadde, miseensotni barruu hundi kanneen bocquu durtii hin fayyadamne ni argamu. Barruun hundi kan amala bocquu sududaan lakkaddaa'e qabu, fi barruun hundi bakkatti akkaataan amala bocquu biliqu, ni argamu.
Yoo maqaatiin bocquu kamiyyuu argachuu barbaadde, qabduu Dhangii qaaqa Barreessaa $PRODUCTNAME Argadhuuti Bakka buusi keessaa cuqaasi.
After you select the attributes that you want to search for, the Paragraph Styles box in the Other options area of the LibreOffice Writer Find & Replace dialog changes to Including Styles.
Yoo barruu kan keessatti amalootni sududaan dhaangessamanii fi akkaataalee fayyadamuun qindaa'an barbaaduu yoo barbaadde, sanduuqicha Akkaataalee Dabaluu fili.
The search criteria for attributes are listed below the Find box.
Gulaali - Argadhuuti Bakkabuusi fili.
Clear the Find text box if necessary.
Amaloowwan cuqaasi.
Qaaqa Amaloowwan keessaa, sanduuqa filannoo Bocquu filiitii TOLE cuqaasi.
In the Find & Replace dialog, you now can read "Font" below the Find text box.
Argadhu cuqaasi.
Bakkeewwan hundaa jijjiiramni bocquu hojiirra oole, sududaan yookiin akkaataa mijaawaa ramaduun, ni argamu.
Barbaacha amaloowwan ammaa dhaabuuf, qaaqa Argadhuuti Bakkabuusi gara haalata baratamootti haaromsi.
Dhangii Malee cuqaasi.