Galmeewwan Ol kaa'uu

Sajoon kuni saganticha irra caalaa fulla'insaan akkamitti fayyadamuu akka dandeenyu qajeelfamatiifi.

Galmichi karaa fi maqaa isaa, gidduugaleessa deetaa qeeyyee ammaa irratti yookiin ooftuu cimdaa yookiin intarneetii irratti,faayilii kamiyyuu maqaan walfakkaatu irraba gochuun, jalatti ol kaa'ameera.

Yommuu faayilii haaraa yeroo jalqabaaf ol keessu, qaaqni Akka Olkaa'i kan keessatti maqaa, ukaankaa fi ooftuu yookiin faayiliif qabee galchuu dandeessu ni banama.Qaaqa kana banuuf, Faayilii - Akka Olkaa'i fili.

Sajoo Yaaddannoo

You can set the automatic creation of a backup copy under - Load/Save - General.


Dheertoo ofumaa gara maqaa faayiliitti

Yommuu faayilii ol keessu, LibreOffice yeroo hundumaa maqaa faayiliitti dheertoo milteessa, yommuu maqaan faayilii durumaan dheertoo gosa faayiliitiin walsimu qabateerraan ala. Tarree Dheertoowwan ODF ilaali.

Fakkeenyonni muraasni dheertoowwan ofumaatiif gabatee armaan gadii keessatti tarreeffamaniiru:

Ati maqaa faayilii kanaa galchita

Ati gosa faayilii kanaa filatta

Faayiliin maqaa kanaatiin ol kaa'ama

faayilii ko

Barruu ODF

faayilii ko.odt

faayilii ko.odt

Barruu ODF

faayilii ko.odt

faayilii ko.txt

Barruu ODF

faayilii ko.txt.odt

faayilii ko.txt

Barruu (.txt)

faayilii ko.txt


Please support us!