LibreOffice 25.2 Help
The following two options are turned on by default on new installations.
Choose - Load/Save - General.
Yeroo hundumaa garagalcha dilbii uumi mallatteessi.
Yoo dirqalli Yeroo hundumaa garagalcha dilbii uumi filatame, yommuu faayilicha fooyya'aa ammaa ol keessu faayilichi fooyya'aa durii galoolee dilbii keessatti olkaa'ama.
You can change the backup directory by choosing - LibreOffice - Paths, then change the Backups path in the dialog.
Garagalchii dilbii galmicha waliin maqaa wal fakkaatu qaba, garuu dheertoowwan .BAK dha. Yoo ukaankaan dilbii faayilii akkasii durumaan of keessaa qaba tahe, ofeeggannoo malee irratti barreeffama.
Choose - Load/Save - General.
Adda addumma yeroo filiitiiBooda Odeefannoo OfumaaBaffataa ol kaa'i mallatteessi.
Ajajaan kun yommuu halakuu galmee ammaa bakka buusuuf odeeffannoo barbaachisaa ol kaa'a. Dabalataan, yommuu halakuu LibreOffice iin galmeewwan banaa hundaaf odeeffannoo OfumaaBaffataa ofumaa olkaa'uuf yaala, yoo danda'ameef.