Waa'ee Mallattoowwan Lakqurxaawaa

LibreOffice keessaa, galmeewwan kee fi maakroota lakqurxaawaan mallatteessuu ni dandeessa.

Ragaalee

Galmee lakqurxaawaan mallatteessuuf, furtuu matayyaa si barbaachisa, ragaa. Furtuun matayyaa kompiitara keerra irratti akka walitti-qaba furtuu dhuunfaa, kan dhoksaatti qabamuu qabu fi furtuu uummataa kan yommuu isaan mallatteessitu galmeewwan keetti idaatu kuufama.

Galmicha ol kaa'iiti mallatteessi

Yommuu mallatoo lakqurxaawaa galmeetti fayyadamtu, akaakuun ida'a mirkaneessaa qabiyyee galmichaa irraa shallagama ida'uu furtuu matayyaa ke. Ida'a mirkaneessaa fi furtuun uummataake galmee waliin kuufamu.

Galmee mallattaa'e bani

Yommuu namni tokko galmicha kompuutara kamiyyuu kan LibreOffice dhiyoo fooyya'aa of irraa qabu irratti booda banu, sagantichi ida'a mirkaneessaa irra deebi'ee shallagee ida'aa mirkaneessaa kuufame waliin madaala. Yoo lamaanuu wal qixa tahan, sagantichi xabboocha , galmee hin jijjiiramne argitu asattoo godha. Dabalataan, sagantichi odeeffannoo furtuu uummataa ragicha irraa si argisiisuu danda'a.

Furtuu uummataa furtuu uummataa isa weebsaayitii abbooma ragaa irratti maxxanfame waliin madaaluu ni dandeessa.

Yommuu namni tokko waan tokko galmee keessaa jijjiiru, jijjiiramni kun mallatticha lakqurxaawaa cabsa. Jijjiiramicha booda, mallattoon kan galmicha xabboo argituu hin jiru.

Bu'aan mallattoo mirkaneessaa kabala haalojii fi qaaqa mallattoo lakqurxaawaa keessatti mul'ata. Galmee fi mallattoon maayikiroo baay'een galmee ODF keessatti argamuu danda'u. Yoo mallatticha waliin rakkoon jiraate, mirkaneessi bu'aa mallattoo sana mallattoo hundaaf tilmaamama. Innis, yoo mallattoo gataa'aa kudhan fi mallattoo fashalaa tokko ta'an, kabala haalojii fi kabala dirree qaaqa keessatti alabaa dhaabii akka fashalaa'u godha.

Sajoo armaan gadii fi ergaa yeroo bantu galmee mallatteeffamee barbaadde kamiyyuu ilaaluu ni dandeessa.

Sajoo Kabala haalojii keessaa

Mallattoo haalojii

Sajoo

Mallattoon gataa'aa dha.

Sajoo

Mallattoon TOlE, garuu ragaan gataa'aa ta'uu hin dandeenye.

Mallattoo fi ragaan TOLE, garuu qaamni galmee hundi hin mallattoofne. (Galmee OpenOffice.org duraanaa hanga 3.2 yookan StarOffice duraanaa hanga 9.2, hubachiisa gadii ilaali.)

Sajoo

Mallattoon fashaalaa'a dha.


Mallattoo fi Masoojjii fooyya'aa

Mallateessi qabiyyee jijjiirama OpenOffice.org 3.2 fi StarOffice 9.2 waliin godhate. Amma qabiyyeen faayilii hundinuu, faayilii mallateefame malee(META-INF/documentsignatures.xml) mataasaanii mallateefamaniiru.

When you sign a document with OpenOffice.org 3.2 or StarOffice 9.2 or a later version, and you open that document in an older version of the software, the signature will be displayed as "invalid". Signatures created with older versions of the software will be marked with "only parts of the document are signed" when loaded in the newer software.

When you sign an OOXML document, then the signature will be always marked with "only parts of the document are signed". Metadata of OOXML files are never signed, to be compatible with Microsoft Office.

When you sign a PDF document, then this marking is not used. Signing only parts of the document is simply an invalid signature.

Signing other document formats is not supported at the moment.

note

When you load an ODF document, you might see an icon in the status bar and the status field in the dialog that indicates that the document is only partially signed. This status will appear when the signature and certificate are valid, but they were created with a version of OpenOffice.org before 3.2 or StarOffice before 9.2. In versions of OpenOffice.org before 3.0 or StarOffice before 9.0, the document signature was applied to the main contents, pictures and embedded objects only and some contents, like macros, were not signed. In OpenOffice.org 3.0 and StarOffice 9.0 the document signature was applied to most content, including macros. However, the mimetype and the content of the META-INF folder were not signed. And in OpenOffice.org 3.2, StarOffice 9.2, and all versions of LibreOffice all contents, except the signature file itself (META-INF/documentsignatures.xml), are signed.


Ofeeggannoowwan Nageenyaa

Yommuu galmee mallattaa'e fudhattu, fi gabaasotni mosaajjii kan mallattichi gataa'aa, kuni gonkumaan hanqii galmichi kan ergaan erge waliin walfakkatu ta'uu danda'u jechuu miti. Galmeewwan ragaalee mosaajjii tiin mallateessuun tooftaa hayyisa gonkaan miti. Amaloota nageenyaa marsuuf karaalee hedduutiin ni danda'ama.

Example: Think about someone who wants to camouflage his identity to be a sender from your bank. He can easily get a certificate using a false name, then send you any signed email pretending he is working for your bank. You will get that email, and the email or the document within has the "valid signed" icon.

Sajoocha hin amaniin. Ragaalee qoriiti mirkaneessi.

warning

Gataa'insi mallatoo ashuura goolabbii seeraanii akaakuu kamiiyyuu miti.


Sirnoota dalagaa foddaawwanii irratti, mallattoowwan gataa'insuun amalootni foddaawwanii faayidaa irra oola. Sirnoota solaariisii fi linuuksii irratti, faayilootni kanneen Thunderbird, Mozilla yookiin Firefox tiin dhiyaatan faayidaa irra oolu. Faayilootni kanneen sirna ke keessatti faayidaa irra oolan dhuguma faayiloota xabboo kanneen oomishtoota xabboodhaan dhiyaatan ta'uu isaanii mirkaneeffachuu qabda.malevolent intruders tiif, karaaleen ittiin faayiloota xobbuu faayiloota kanneen biroo isaan dhiyeessaniin bakka buusaman hedduun ni jiru.

warning

Ergaan waa'ee gataa'insa mallattoo kan ati LibreOffice keessatti isaan argitu ergaawwan kanneen deebii faayiloota gataa'insati. Mosajjiin LibreOffice karaa ittiin ergaawwan haalata dhugaa ragaa kamiyyuu calaqqisisuu isaanii mirkaneeffatu hin jiru. Mosajjiin LibreOffice ergaawwan kanneen faayiloota biroo kanneen to'annaa gabaasa LibreOffice jala hin jirre qofa agarsiisa. Dirqamni seeraa LibreOffice kan ergaawwan agarsiifaman haalata dhugaa mallatoo lakqurxaawaa calaqqisisu hin jiru.


Please support us!