LibreOffice 7.6 Help
Data is stored in tables. As an example, your system address book that you use for your email addresses is a table of the address book database. Each address is a data record, presented as a row in that table. The data records consist of data fields, for example the first and the last name fields and the email field.
In LibreOffice you can create a new table using the Table Wizard:
Faayilicha kuusdeetaa bakka itti gabaticha haaraa uumuu barbaaddu bani.
Heerata bitaa foddicha kuusdeetaa keessaa, sajoo Gabateewwan cuqaasi.
Gabatee Uumuuf Masaka Fayyadami cuqaasi.
Faayilicha kuusdeetaa bakka itti gabaticha haaraa uumuu barbaaddu bani.
Heerata bitaa foddicha kuusdeetaa keessaa, sajoo Gabateewwan cuqaasi.
Mul'annoo Saxaxaa keessatti Gabatee Uumi cuqaasi.
Foddaa Saxaxa Gabatee ni argita.
Gosoonni kuusdeetaa muraasni mul'annoowwan gabatee ni deeggaru. Mul'anni gabatee gaafata kuusdeetaa waliin kan kuufamu dha. Dalagaalee kuusdeetaa irra jireessaaf, mul'anni akka ati gabatee fayyadamtuutti fayyaduu ni danda'a.
Faayilicha kuusdeetaa bakka itti mul'annoo gabatee haaraa uumuu barbaaddu bani.
Heerata bitaa foddicha kuusdeetaa keessaa, sajoo Gabateewwan cuqaasi.
Mul'annoo Gabatee Uumi cuqaasi.
You see the View Design window, which is almost the same as the Query Design window.