LibreOffice 25.2 Help
Garagaarsa ajajoota SQL tiin kuusdeetaa sududaan to'achuu ni dandeessa, fi gabateewwanii fi gaafattootas uumuu fi gulaaluu ni dandeessa.
Ajajaalee SQL hundaa gosootni kuusdeetaa hundi hin deeggaran. Yoo barbaachisaa tahe, ajajootni SQL isaan kam sirna kuusdeetaa keetiin akka deeggaraman barbaadi.
Faayilii kuusdeetaa banuufFaayilii - Bani fili.
Meeshaalee - SQL fili.
Sajoo Mul'annoo SQL keessatti Gaafata Uumi cuqaasi yookiin
Gaafata jiraataa tarreecha keessaa filiitii sajooGulaali cuqaasi .
Foddaa Gaafata keessaa, Mul'annoo - Mul'annoo Saxaxaa Kaasuu/Dhaamsuu Jijijjiiri fili. Ajaja SQL gulaali.
Sajoo Fiigi cuqaasi . Firiin gaafatichaa foddicha gubbaa keessatti agarsiifama.
Sajoo Olkaa'i yookiin Akka Olkaa'i cuqaasi gaafaticha olkaa'uuf.