LibreOffice 25.2 Help
Fedhii ke waliin akka walta'u LibreOffice ke maamileessuu ni dandeessa.
Wantoota kabalicha baafatarraa jijjiiruuf ati bilisa. Wantoota haquu, haaraa ida'uu, wantoota baafata tokkorraa gara isa birootti garagalchuu, maqaa jijjiiruu, fi kanaaf kana fakkatu ni dandeessa.
Kamshaawwan bilisaan qindaa'uu ni danda'u.
Furtuuwwan qaxxaamuraa jijjiiruu ni dandeessa.
Kana jijjiiruuf, Meeshaalee - Maamileessi fili qaaqichaMaamileessi banuuf.