Waayoota Taattoo Gulaaluu

Waayoo taattoo gulaaluuf:

  1. Taattoocha irratti lama cuqaasi.

    Handaarri fajajaan naannoo taattoochaatti mul'atee kabalaan baafatichaa amma ajajoota wantoota taattoocha keessaa gulaaluuf of keessaa qaba.

  2. Dhangii - Waayoo fili yookiin waayoo irratti lama cuqaasi. Kuni qaaqicha Waayoo bana.

  3. Fooyya'insa gochuuf caancalootaa jiran keessaa filiitii, achii TOLE cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Waayoocha filachuuf, dura taattoocha irratti lama cuqaasiitii(ejjattoo 1 ilaali), achii waayoocha irratti cuqaasi. Amma hantuutee fayyadamuudhaan waayoocha taattoocha keessaa siiqsuu ni dandeessa.


Please support us!