LibreOffice 25.2 Help
Taattoo eegaluuf tooftaawwan adda addaa jiru:
Deetaa man'eewwan Calc yookiin Barreessaa keessaa irraa irratti hundaa'uun taattoo saagi.
Yommuu deetaan maddaa jijjiiramu taattoowwan kun ofumaan haaromu.
Tuuta deetaa durtiitiin taattoo saagiitii, achii taattoocha sanaaf deetaa dhunfaakee galchuuf qaaqa Gabatee Deetaa fayyadami.
Taattoowwan kun Barreessaa, Toleessaa fi Fakkasaa keessatti uumamuu ni danda'u.
Taattoo Calc yookiin Barreessaa irraa gara galmee birootti garagalchi.
Taattoowwan kun fanyartuuwwan deetaacha yeroo garagalfamaa jiruuti. Yommuu deetaachi maddaa jijjiiramu isaan hin jijjiiramani.
In Calc, a chart is an object on a sheet that can be copied and pasted on another sheet of the same document, the data series will stay linked to the range on the other sheet. If it is pasted on another Calc document, it has its own chart data table and is no more linked to the original range.
Keessa hangii man'eecha taattoo kee keessatti dhiyeessuu barbaaddu sana cuqasi.
SajooTaattoo Saagi kamshaa Waaltina irraa cuqaasi.
Masaka Taatoochaa fi durargii taattoo argita.
Taattoocha uumuuf ajajaalee Masaka Taattoo keessaa hordofi.
Galmee Barreessaa keessaa, gatiiwwan gabatee Barreessaa keessaa irratti hundaa'uun taattoo saaguu ni dandeessa.
Gabaticha Barreessaa keessatti cuqaasi.
Saagi - Wanta - Taattoo fili.
Masaka Taatoochaa fi durargii taattoo argita.
Taattoocha uumuuf ajajaalee Masaka Taattoo keessaa hordofi.
In Writer, Draw or Impress, choose Insert - Chart to insert a chart based on default data.
Taattoocha irratti lama cuqaasuunii fi achiiMul'annoo - Gabatee Deetaa Taatoo filachuun gatiiwwan deetaa durtii jijjiiruu ni dandeessa.