LibreOffice 25.2 Help
Keewwata handaara hiikuu barbaadde sanaaf qaree keewwaticha keessa ka'i.
Dhangii - Keewwataa - Handaarotaa fili.
IddooDurtii keessaa akkaataalee handaara durtii keessaa tokko fili.
Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.
Select the distance between the border lines and the paragraph contents in the Padding area. You can only change distances to edges that have a border line defined.
Jijjiiramoota fayyadamuufTOLE cuqaasi.
Dhangii - Keewwataa - Handaarotaa fili.
Teessuma waliinii keessati qarqara(oota) akka mul'atan barbaaddu iddooHiika Fayyadamaa keessaa fili. Filannoo qarqaraa jijijjiiruuf qarqara durargii keessaa irratti cuqaasi.
Naannoo Sarara keessaa, akkaataa handaaraa filatamaniif, akkaataa sarara ykn halluu fili. Ijaarsi kun sararoota handaaraa mara warra akkaataa handaaraa filataman keessatti dabalaamaniif fayyada.
Qarqara handaaraa kamuufuu dhawwatiiwwan dhumaa lama irra deebi'i.